Fana: At a Speed of Life!

Kitaabni Dooktar Abiy ‘Fulbaanaa hanga Fulbaanaa’ jedhu ifoome

Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) – Kitaabni haasawaa fi ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Fulbaana 24, 2015 hanga Fulbaana 24, 2016tti taasiisan qabate mata duree ‘Fulbanaa hanga Fulbaanaa’ jedhuun barreeffame har’a ifoomeera.

Kitaabni kun har’a paarkii michummaatti mariin ogummaa irratti taasiifamuun dubbisaaf ifoomeera.

Kitaabichi haasawa Dooktar Abiy Ahimad waltajjiiwwan idil addunyaa, ayyaanoota fi qophiiwwan biyya keessaa garaagaraarratti taasiisaniifi ergaawwan 91 kan qabate ta’uu eerameera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.