Fana: At a Speed of Life!

Kolleejjiin Fayyaa Adaamaa barattoota barsiisaa ture  277 eebbisiise

Finfinnee, Guraandhala 24, 2016 (FBC)- Kolleejjiin Fayyaa Adaamaa barattoota ogummaa fayyaan barsiisaa ture 277 bakka Hoggantoonni olaanoo mootummaafi maatiin barattootaa  argamanitti eebbiseera.

Sirna Eebbaa kanarratti Pirezidaantii Itti Aanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii, Hogganaa Biiroo Fayyaa Oromiyaa Dooktar Mangistuu Baqqalaa, Ministir Deetaa Ministeera Fayyaa  Dooktar Ayyalaa Tashoomaa dabalatee dabalatee keessummoonni biroon argamuu OBN gabaaseera.

Haaluma walfakkaatuun, Yuunivarsiitiin Walqixxee barattootaa Muummee barnootaa garaagaraan digirii jalqabaa fi lammafaan barsiisaa ture 463 eebbisiiseera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.