Fana: At a Speed of Life!

Kolombiyaatti balaa Helikooptaraa mudateen lubbuun namoota 9 darbe

Finfinnee, Ebla 22, 2016 (FBC) – Naannawaa Baadiyyaa Kaaba Kolombiyaatti balaa Helikooptaraa mudateen lubbuun namoota 9 darbuu ibsameera.
Helikooptarri Raashiyaan hojjetamte MI 17 jedhamtu Kaaba Kolombiyaatti loltootaa fi meeshaalee waraanaa naannawichatti geessaa turte kufuun balaa kana qaqqabsiisuu RT’n gabaaseera.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.