Fana: At a Speed of Life!

Komishinar Laliseen Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Rippaablika Cheek waliin mari’atan

Finfinnee, Guraandhala 30, 2015 (FBC) – Komishinarri Komishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Nameen Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Rippaablika Cheek Moorsilaav Kooseek waliin mari’ataniiru.

Haala tumsa biyyoota lamaanii caalmaatti cimsuun danda’amurratti mari’achuu isaanii ragaan komishinicharraa argame ni mul’isa.

Filannoowwan Invastimantii Ityoophiyaan qabdu ilaalchise abbootii qabeenyaa Rippaablika Cheek hawwachuuf hojii beeksisuurratti waloon hojjechuuf waliigalaniiru jedhame.

#Oromiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.