Fana: At a Speed of Life!

Konfiransiin qorannoo biyyaalessaa yuunvarsiitii Jiinkaatti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Caamsaa 4, 2014 (FBC) – Konfiransiin qorannoo biyyaalessaa mata duree “ hojiileen qorannoo fi qo’annoo ce’umsa beekumsaa fi misooma waaraaf” jedhuun yuunvarsiitii Jiinkaatti gaggeeffamaa jira.

Waraqaaleen qorannoo dhimmoota misooma diinagdee fi hawaasummaarratti xiyyeeffatan konfiransicharratti kan dhiyaatan ta’uu eerameera.

Konfiransicharratti Ministira Ministeera Aadaa fi Ispoortii obbo Qajeelaa Mardaasaa dabalatee miseensonni boordii yuunvarsiitichaa, hoggantoonni hojii olaanoo naannoo Uummattoota kibbaa, hoggantoonni yuunvarsiitichaa fi hayyoonni akkasumas qaamoleen dhimmatootaa hirmaataniiru.

Maddi:- TOI

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.