Fana: At a Speed of Life!

Kooriyaa Kibbaa 2 – 3 Gaanaa xumurame

Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC) – Taphni waancaa Addunyaa Kooriyaa Kibbaa fi Gaanaa gidduutti Istaadiyeemii ‘Education City’tti taphatame Olaantummaa Gaanaan xumurameera.

Haaluma kanaan Gaanaan Kooriyaa Kibbaa 3 fi 2’n injifatteetti.

Mahaammad Saalisuun daqiiqaa 24ffaarratti goolii tokko fi Mahaammad Quddus daqiiqaa 34ffaa fi 68rratti goolii lama, Gaanaaf lakkoofsisaniiru.

Daqiiqaa 58ffaa fi 61ffaarratti ammoo taphataa Cho’n Kooriyaa Kibbaaf goolii lama lakkoofsiseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.