Fana: At a Speed of Life!

Kooriyaan Kibbaa lammiilee naannoo Tigraayitti deeggarsa barbaadaniif deeggarsa Doolaraa Ameerikaa kuma 400 taasifte

Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) – Mootummaan Kooriyaa Kibbaa lammiilee naannoo Tigraayitti deeggarsa barbaadaniif deeggarsa doolaraa Ameerikaa kuma 400 Sagantaa Nyaata Addunyaaf taasisuu ibsame.

Deeggarsi maallaqaa taasifamee Sangataan Nyaata Addunyaa naannichaatti deeggarsa nyaata aarifataa lammiilee miiliyoona 2.1   qaqqabsiisuuf tattaaffii taasifamuuf ni tumsa jedhameera.

Sagantaa Nyaata Addunyaa deeggarsichi yeroo isaa kan eeggattee ta’uu ibsuun galateeffateera.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

https://www.facebook.com/fanabroadcasting

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.