Fana: At a Speed of Life!

Korporeeshiniin Paarkiwwan Misooma Indaastirii tajaajila Diijitaalaa waraaqaa maleessa eegale

Finfinnee, Caamsaa 13, 2013 (FBC) – Korporeeshiniin  Paarkiwwan Misooma Indaastirii tajaajila Diijitaalaa waraaqaa maleessa hojiirra oolchuu eegaluu beeksiiseera.
Tajaajilchi damee Faayinaansii, Bittaa fi qabeenya humna namaa karaa waraqaarraa bilisa ta’een bulchuuf kan gargaaru ta’uu ibsameera.
Akka EBCn gabaaseetti Proojekticha guyyaa har’aa eebbifameera.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.