Fana: At a Speed of Life!

Kutaa magaalaa Eekkaatti Noottiin Birrii Sobaa kumni 182 ol to’atame

Finfinnee, Onkololeessa 16, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Eekkaa aanaa 09tti Noottiin Birrii Sobaa kumni dhibbi 1 fi kumni 82 fi 400 ol to’atameera.

Dabalataan Noottiin Abbaa 200 kumni 38 fi 400 fi abbaan Noottii 100 kumni 28 fi 800 to’atamuu ragaan Waajjira Kominikeeshinii kutaa magaalichaarraa argame ni mul’isa.

Waliigala Birrii kumni dhibbi 2 fi kumni 49 fi 600 meeshaalee garaagaraa waliin to’amuu Waajjirri Bulchiinsaf nageenyaa aanichaa beeksiseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.