Kutaa Magaalaa Kuraa Jiddaatti hojiileen misoomaa daawwatame
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2016 (FBC) – Bulchiinsaa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Kuraa Jiddaatti hojiileen misooma Qonnaa Magaalaa daawwatameera.
Inisheetivii Qonnaa Magaalaa horsiisa booyyee, horsiisa lukkuu, loon aannanii, furdisa loonii,kilaastarri xaafii fi Qamadii daawwatameera
Daawwannaa kanarratti hoggansi Magaalaa, kutaa Magaalaa fi qonnaan bultoonni argamuu ragaan Waajjira Kominikeeshinii Magaalaa Shaggarirraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaan
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.