Fana: At a Speed of Life!

Kutaalee magaalaa Finfinnee garaagaraatti Ayyaanni Irreechaa marii paanaaliin kabajamaa jira

Finfinnee, Fulbaana 19, 2014 (FBC) – Kutaalee magaalaa Finfinnee garaagaraatti Ayyaanni Irreechaa marii paanaaliin kabajamaa jiraachuu ibsameera.

Irreechaan Ayyaana ummanni Oromoo tokkummaa, jaalalaa fi nageenya ittiin ibsu keessa tokko ta’uu ibsameera.

Keessummoota kabaja ayyaanichaaf kutaalee biyyattii garaagaraarraa dhufan sirnaan simachuuf qophiini xumuramuu ragaan Waajjira Kominikeeshiniin kutaalee magaalota kanneennirraa argame ni muul’sa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.