Fana: At a Speed of Life!

Kutaan magaalaa Addis Katamaa lammiilee buqqa’aniif deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 15 olii taasiise

Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Kutaan magaalaa Addis Katamaa lammiilee sababoota adda adaan qa’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 15 olii taasiiseera.
Jiraattootni Kutaa magaalichaa lammiilee qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’uun buufata Walloo Kaabaa qubatanii jiraniif deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 15 olitti tilmaamamu taasiisaniiru.
Birrii miiliyoona 15 ol Abbootii qabeenyaa fi jiraattoota kutaa magaalichaarraa walitti qabameen midhaan nyaataa fi meeshaaleen biroo deeggarsaan kennamuu ragaan Kominikeeshinii Godina Walloo Kaabaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.