Fana: At a Speed of Life!

Labsiin kadhannaa fi Soomaa guyyoota shaniif labsame

Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa ibsa har’a laateen guyyoota shaniif labsii kadhannaa fi Soomanaa labseera.

Labsiin kun Qaammee 1-5, 2013tti guyyoota shaniif kan turu ta’uu EBCn gabaseera.

 

Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

 

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

 

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

 

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.