Fana: At a Speed of Life!

Labsiin yeroo ariifachiisaa Indaastiriiwwan oomishaaf qajeelfama dabarse

Finfinnee, Sadaasa 20, 2014 (FBC) – Labsiin yeroo ariifachiisaa Indaastiriiwwan oomishaaleef qajeelfama dabarseera.

Haaluma kanaan:-

Yeroo ammaa sababa dirqama biyya baraaruu labsiin yeroo ariifachiisaa labsamuun isaa ni yaadatama.

Bu’uuruma kanaan bakkeewwan tokko tokkotti daangaa sa’aatii kan kaa’ame yoo ta’eyyuu Indusiriiwwan oomishaarratti daangaa kana hojiirra oolchuun dhiibbaa diinagdee olaanaa waan uumuu fi indaastiriiwwan kisaaraaf waan saaxiluuf daangaan sa’aatii  kaa’ame Indaastiriiwwan oomishaa hunda kan hin ilaallanne ta’uu beekamee indaastiriiwwan haala kanaan duraarra adda ta’een eegumsa isaanii cimsuun hojii isaanii haaluma kanaan duraan akka itti fufan beeksiseera.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.