Fana: At a Speed of Life!

Lafa qabnu faayidaarra oolchuuf hojii hojjennu hawaasni deeggaruu qaba- Obbo Awwal Arbaa

Finfinnee, Sadaasa 20, 2015(FBC)- Hojii mootummaan lafa jiru faayidaarra oolchuuf hojjetu hawaasni deeggaruu akka qabu Pireezidaantiin naannoo Afaar  Obbo Awwal Arbaan ibsan.

Obbo Awwal Arbaan hoggantootaafi jiraattota aanaa Duubtii waliin sadarkaa hojiilee misoomaafi rakkoolee mul’atan irratti mari’ataniiru.

Hojiilee misooma qonnaa hojjetaman irratti hawaasni gufuu ta’uu akka hin qabne kaasaniiru.

Hawaasni misooma qonnaarratti akka xiyyeeffatuuf hooggansi deeggarsa taasisuufi jajjabeessuu akka qabu yaadachiisaniiru.

Lafti bal’aan aanichatti argamu fayyadarra akka ooluuf mootummaan hojiilee garaagaraa hojjechaa jiraachuu eeraniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.