Fana: At a Speed of Life!

Lafti hektaarri kumni 404 ol jallisiin misoome-Ministeera Qonnaa

Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC)- Lafti hektaarri kumni 404 ol  jallisiin misoomu Ministeerri Qonnaa beeksiseera.

Ministirri Ministeera Qonnaa obbo Umaar Huseen misooma jallisii marsaa 2ffaan karoorfameen lafa hektaara kuma 400 ol keessaa karoora ol raawwatamu himaniiru.

Karooricha %101 galmaan ga’uun danda’ameera jedhan.

Kun akka galmaa ga’uufis qonnaan bultoota galateeffachuun, kunuunsa qabeenya uumaa bonaa akka raawwatamuu fi proojektoota misooma jallisii biroorratti xiyyeeffannoon akka laatamuu obbo Umaar himaniiru.

Maddi:-TOI

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.