Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Itiyoophiyaa kumni 1fi 229 gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Ebla 26, 2016 (FBC) – Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti rakkoo garaagaraa keessa turan kumni 1 fi 229 garaa biyyaatti deebi’aniiru.

Lammiilee guyyaa kaleesa garaa biyyaatti deebi’an keessaa 785 dhiiroota yoo ta’aan ,420 dubartoota fi 24 immoo daa’immaan ta’uu ibsameera.

Ebla 04,2016 kaasee hanga ammaatti lammiileen Kumni 15 ol gara biyyaatti deebi’u ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaarrra argame ni mul’isa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.