Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1fi 173 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Amajjii 12, 2015(FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1fi 173 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsame.

Lammiilee kanneen keessaa 1fi 161 dhiirota yoo ta’an 12 guddattoota ta’uu eerameera.

Lammiilee kanneeniif deeggarsiifi kunuunsi gahaan taasifamuufiin hojiin maatii isaanii waliin walitti fiduu hojjetamaa jira jedhameera.

Baatii Sadaasaa 12, 2015 irraa eegalee hojii lammiilee gara biyyaa deebisuu hojjetameen hanga ammaatti lammiileen kumni 31fi 919 gara biyyaa deebi’uu ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaafi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.