Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa kumni 2 fi 385 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an

Finfinnee, Adooleessa 5, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa kumni 2 fi 385 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Namoota kaleessa deebi’an keessaa 572 dubartootaa yoo ta’an, 112 ammoo daa’imman ta’uu ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaaraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.