Fana: At a Speed of Life!

Lattaasanbat Giday baadhaasa Naamusa Ispoortessummaa Idil Addunyaa mo’atte

Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Atileet Lattaasanbat Giday badhaasa naamusa Ispoortessummaa Idil Addunyaa injifatte.

Atilaat Lattaasanbat Giday badhaasichaa kan injifachuu dandeese dhalattuun Itiyoophiyaa lammiin Neezerlaandii Atileet Siifan Hasan Fiigicha meetira kuma 10 Dubartoota Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 19ffaarratti kufuu hordofee, Atileet Lattasanbat naamusaa gaarii argisiisteen akka ta’ee ragaan world Athletics irraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.