Fana: At a Speed of Life!

Leenjiin tajaajila tola ooltummaa biyyaalessaa marsaa 10ffaan Yuunivarsiitii Hawaasatti eegalame

Finfinnee, Caamsaa 11, 2016 (FBC) – Ministeera Nageenyaan kan qophaa’e Leenjiin tajaajila tola ooltummaa biyyaalessaa marsaa 10ffaan Yuunivarsiitii Hawaasatti eegalameera.

Leenjichi mata duree ‘Gaarummaa walummaaf’ jedhuun baatii tokkoof walta’iinsa yuunivarsiitichaan kan kennamu ta’uu Daayrektarri hariiroo ummataa Ministeera Nageenyaa Obbo Darajjee Jamaal ibsaniiru.

Tola ooltoonni kumni 2 ol leenjii kanarratti kan hirmastan ta’uu kaasaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.