Fana: At a Speed of Life!

Leenjitoonni farra shororkeessummaa; koomaandoo marsaa 33ffaa fi humni addaa 10ffaan agarsiisa qilleensarraa dhiyeessan

Finfinnee, Onkololeessa 13, 2013 (FBC) – Leenjitoonni farra shororkeessummaa; koomaandoo marsaa 33ffaa fi humni addaa 10ffaan agarsiisa qilleensarraa dhiyeessan.

Agarsiisicharratti itti aanaan eetaamaajoora Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI fi itti gaafatamaan qajeelcha ooppireeshinii Jeneraal Biraanuu Juulaa, hoggansi raayyaa, itti aanaan Koomiishinara Koomiishinii Poolisii Federaalaa Zalaalam Mangisteen argamaniiru.

Agarsiisni har’aa magaalaa Hawaasaatti kan dhiyaate yoo ta’u, agarsiisni walfakkaataan kaampii Toogaa fi Wandoo Xiqqaatti dhiyaatera.

Haaylayyasuus Makoonnan.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.