Fana: At a Speed of Life!

Leesister Siitiin gara Piriimeer Liigiitti deebi’e

Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Bara taphaa 2022/23 osoo hin eegamne gara Diiviiziyoonii 2ffaatti bu’ee kan ture Leesister Siitiin gara Piriimeer Liigiitti deebi’eera.
Sardiidota jedhamuun kan waamamu Leesister Siitiin Liidis Yuunaayitiid eda halkan QPRn galchii 4 fi 0n injifatamuu hordofee osoo taphoonni lama isa hafuu gara Piriimeer Liigitti deebi’uu mirkaneeffateera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.