Fana: At a Speed of Life!

Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa torbee 3ffaan Naqamteen Jimmaa Abbaa Bunaa injifate

Finfinnee, Sadaasa 13, 2016 (FBC) – Taphoonni Liigii Olaanaa Itiyoophiyaa torbee 3ffaa kilaboota Lixa Oromiyaa walitti fide olaantummaa Kilaba magaalaa Naqamteen xumurameera.

Tapha har’a sa’aatii 7:00 irraa eegalee gaggeeffameen Kilabni magaalaa Naqamtee Kilaba Jimmaa Abbaa Bunaa goolii 2 fi 1n injifateera.

Tapha biroon Poolisiin Oromiyaa Halaabaa waliin goolii 1 qixa xumuruun qabxii qooddateera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.