Fana: At a Speed of Life!

Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Kilabni Magaalaa Shaggar Buna Kafaa galchii bal’aan injifate

Finfinnee, Sadaasa 6, 2016 (FBC) – Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa ramaddii B har’a Magaalaa Hawaasaatti taphatameen Kilabni Magaalaa Shaggar Buna Kafaa Galchii 4-0n injifateera.

Kilabni magaalaa Shaggar liigichaan injifannoo Jalqabaa galmeesseera.

Tapha torbee jalqabaan magaalaan Shaggar Aarbaa Minci waliin goolii 1 qixa xumuruun kan yaadatamuudha.

Kilaboonni Oromiyaa 9 dorgommii Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa irratti hirmaachaa jiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.