Fana: At a Speed of Life!

Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Kilabni Nagallee Arsii Dabre Birhaan injifate

Finfinnee, Sadaasa 7, 2016 (FBC) – Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa gaggeeffamaa jiruun Nagallee Arsiin Dabre Birhaan goolii 1fi 0n injifateera.

Nagallee Arsiin tapha 2ffaa isaan goolii 1fi 0n Dabre Birhaaniin yoo injifatu, Poolisiin Oromiyaa Magaalaa Finfinnee waliin goolii 1 qixa ba’uun qabxii qooddateera.

Nageellee Arsiin tapha jalqabaa guyyaa muraasa dura taphateen Walloo Kombolchaa goolii 3 fi 0n injifachuun kan yaadatamuudha.

Kilaboonni Oromiyaa 9 dorgommii Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa irratti hirmaachaa jiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.