Fana: At a Speed of Life!

Luusiwwan tapha Ramaddii gulaallii jalqabaa waancaa Afrikaa har’a ni taphatu

Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Itiyoophyaa tapha Ramaddii gulaallii jalqabaa Waancaa Afrikaa har’a gita isaa Burrundii waliin ni taphatu.

Luusiwwan tapha gulaallii jalqabaa kan har’a sa’aatii 9:00 irraa eegaluun Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti taphatu jedhame.

Taphni deebii waliigaltee Federeeshinii Kubbaa Miilaa biyyoota lamaaniin Fulbaana 15,2016 Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti kan taasiifamu ta’uu ragaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Luusiwwan tapha kana injifannaan marsaa itti aanuu Ugaandaa fi Aljeeriyaa keessaa kan injifate waliin taphatu jedhameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.