Fana: At a Speed of Life!

Maanchiister Siitii fi Inter Miilaan tapha walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaaf darban

Finfinnee, Eebla 11, 2015 (FBC) – Maanchiister Siitiin Baayerni Muunik injifachuun tapha walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaaf darbeera.

Siitiin walii gala goolii 4 fi 1n Baayerni Muunik injifachuun tapha walakkaa xumuraaf darbuu isaa mirkaneeffateera.

Inter Miilaanis goolii 5 fi 3n Beenifikaa injifachuun tapha walakkaa xumuraaf darbeera.

Tapha walakkaa xumuraan Maanchiister Siitiin Riyaal Maadrid waliin yoo morkatu, Kilaboonni Xaaliyaanii lamaan Inter Miilaanii fi AC Miilaan waliin falmatu.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.