Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Aggaarootti manneen barnootaa bu’uura boruu 6 eebbifaman

Finfinnee, Sadaasa 10, 2015(FBC)-  Magaalaa Aggaarootti manneen barnootaa bu’uura boruu hirmaannaa Uummataa Birrii miiliyoona 19 oliin ijaaraman 6 eebbifaman.

Godina Jimmaatti manneen barnootaa 718 hirmaannaa ummataan ijaaramuu, Ittaanaan Bulchaa godinichaa Obbo Yasuuf Shaaroo ibsuu OBN gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.