Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Daseetti kan ijaarame dhaabbanni korojoo Piippii Xiixaa eebbifamuun hojii eegale

Finfinnee, Bitootessa 18, 2013 (FBC) – Magaalaa Daseetti baasii Birrii miiliyoona 80n kan ijaarame dhaabbanni korojoo Piippii Xiixaa eebbifamuun hojii eegaleera.
Dhaabbatichi wayita ammaa guyyaatti korojoo kuma 17 kan oomishu yoo tahu, dandeettii guutuun gara hojiitti wayita galu guyyaan korojoo kuma 74 ni oomisha.
Hojjettoota 200f carraa hojii uumeera.
Naannoo Xiixaatti abbaa qabeenyaa Hajii Muktaar Yimariin kan ijaarame dhaabbanni Pilaastikaa fi korojoo bara 2006 ture ijaarsi isaa hojii kan eegale.
Muluuqaan Abbabaatu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.