Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Finfineetti iddooleen oolmaa dargaggootaa eebbifaman

Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfineetti Qaammee 5, Guyyaa dhalootaa sababeeffachuun iddooleen oolmaa dargaggootaa eebbifamaniiru.

Har’a Qaammeen 5, Guyyaan Dhalootaa sirnoota garagaraan kabajamaa jira.

Magaalaan Finfinnee bakka tapha daa’immanii fi oolmaa dargaggootaa eebbhisiisuu ragaan Waajjira Kantibaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.