Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Finfinneetti guyyaan qormaanni kutaa 6ffaa fi 8ffaa itti laatamu ifoome

Finfinnee, Caamsaa 1, 2015 (FBC) – Biiroon Barnootaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee guyyaa qormaanni kutaa 6ffaa fi 8ffaa itti laatamu ifoomseera.

Haaluma kanaan qormaanni kutaa 8ffaa Waxabajjii 19 fi 20, 2015 kan kutaa 6ffaa Waxabajjii 26 fi 27, 2015 kan laatamu ta’uu Daayrektarri Daayrektoreetii qophii fi Bulchhinsa qormaataa biiroo barnootichaa Obbo Diinaa’ol Caalaan ibsaniiru.

Barattoonni kumni 75 fi 100 qormaata kutaa 8ffaa fi barattoonni kumnu 75 fi 78 qormaata kutaa 6ffaa kan fudhatan ta’uu ragaan Biiroo barnooticharraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.