Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Finfinneetti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii 3325 ga’e

Finfinnee,Waxabajjii 17, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti gabaasa qorannaa sa’aa 24tin namoonni 147 vaayrasii koroonaatin qabamuu Biiroon Fayyaa magaalichaa beeksise.
 
Namoonni vaayrasichi irratti argame 65 jiraattoota magaalichaa yoo ta’an, namoonni 81 ammoo namoota godaansaa deebi’uuun iddoo tursa dirqii keessatti argaman ta’uu ibsameera.
 
Namni 1 ammoo lammii biyya alaa ta’uu biirichi beeksiseera.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.