Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa finfinneetti meeshaan waraanaa seeraan alaa too’atamuu poolisiin beeksise

Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC)-  Magaalaa finfinneetti meeshaan waraanaa seeraan alaa too’atamuu poolisiin beeksise.

Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Qaalitiitti sakkata’insa mana keessatti taasifameen seeraa ala kan ta’an shugguxii 5, rasaasa shugguxii 102 fi rasaasa kilaash koovii 8 shakkamtoota 7 waliin too’annoo jala oolchuu Komishiniin Poolisii Finfinnee beeksiseera.

Poolisiin shakkamtoota too’atamaniirratti qorannoo gaggeessa jiraachuu beeksiseera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.