Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Hoolataatti Hiriirri deeggarsaa gaggeeffame

Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) –Magaalaa Hoolataatti Hiriirri deeggarsaa mata duree ”Nageenya keenya ni eegganna, jijjiirama ni waaressina” jedhuun gaggeeffameera.
Jiraattonni magaalichaa dhaadannowwan guyyucha calaqisiisan garaa garaa qabatanii hiriira deeggarsaa kana gaggeessaa jiraachuu eerameera.
Minaalee Gabayyootu gabaase.
.\
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.