Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Jigjigaatti mana kitaabaa Birrii miiliyoona 60 ijaaruuf dhagaan bu’uraa ka’ame

Finfinnee, Eebila 18, 2013 (FBC)- Magaalaa Jigjigaatti mana Kitaabaa Birrii miiliyoona 60 ijaaruuf dhagaan bu’uraa ka’ameera.

Itti Aanaan Preezdaantiin naannoo Somaalee obbo Musxafee Uumaar dabalatee hoggantoonni hojii mootummaa naannichaa dhagaa bu’uraa ka’aniiru.

Baasiin ijaarsa mana kitaabichaa mootummaa naannichaa fi maallaqaa ummataarra sassabamuun kan uwwifamuu ta’uu obbo Musxafee Uumaar beeksisaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.