Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Shaggaritti manneen barnoota 39 tajaajila eegalan

Finfinnee, Guraandhala 30, 2016 (FBC)- Magaalaa Shaggaritti manneen barnoota idileen duraa 39 ijaarsi isaanii xumuramuun tajaajila eegalaniiru.

Hogganaan Biiroo Barnootaa Magaalaa Shaggar Obbo Firakiyyaa Kaasaahuun FBC’f ibsa kennaniin magaalattiitti ijaarsi manneen barnoota 56 bara baajataa kanatti eegalaniiru jedhan.

Manneen barnootaa ijaarsi isaanii eegalaman kanneen keessaa manneen barnootaa idileen duraa 39 ijaarsi isaanii xumuramuun tajaajila keennuu eegaluu ibsan.

Manneen barnootaa ijaarsarra jiran ammoo bara kana akka xumuraman himaniiru.

Taarik Addunyaatu gabaase

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.