Fana: At a Speed of Life!

Magaalaan Finfinnee sagantaa misooma ijoollummaa jalqabaan muuxannoo qoodde

Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) – Magaalaan Finfinnee sagantaa misooma ijoollummaa jalqabaan naannoleef muuxannoo qooddeerti.

Sagantaa kanarratti Pireezidaantiin naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaa, kan Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddamoo, Ministiroonni, hoggantoonni naannoo Oromiyaa, Dirre Dhawaa, hoggantoonni dhaabbilee Idil Addunyaa fi hoggantoota bulchiinsa magaalootaa argamaniiru jedhame.

Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebeen qaamolee kanneeniif hojiilee dhaloota ijaaruu akka magaalichaa waggoottaan lamaan darban hojjetamaa jiran irratti ibsa laachuu fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.