Fana: At a Speed of Life!

Magaalichatti baatii Caamsaa irraa eegale Waraqaa eenyummaa dijitalaa malee Doqdoqqee konkolachisuun hin danda’amu jedhame

Finfinnee, Eebla 24, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti baatii Caamsa irraa eegale Waraqaa eenyummaa dijiitalaa malee Doqdoqqee konkolaachisuun kan hin eeyyamamne ta’uu Ejensiin Maanaajimantii Tiraafikaa Magaalichaa beekiseera.

Abbootiin qabeenyaa fi konkolaachistoonni Doqdoqqee eeyyamaa isaanii dhaabbiilee GPS itti maxxansifatan irraa waraqaa eenyummaa dijitaalaa isaanii hanga Eebla 30 ,2015 tti akka fudhatan ejensichi hubachiiseera.

Caamsaa 1 ,2015 irraa eegalee konkolaachistoota Doqdoqqee waraqaa eenyummaa dijitaalaa malee konkolaachisan irratti tarkaanfiin kan fudhatamu ta’uu ragaan ejensicharraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.