Fana: At a Speed of Life!

Magaalota Naannoo Amaaraatti hiriirri deeggarsaa gaggeeffame

Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC) – Hiriirri Jijjiirama akka biyyaalessaatti argame deeggaru Naannoo Amaaraa Magaaloota adda addaatti gaggeeffameera.

Hiriirri deeggarsaa kun Magaalaa Dasee, Kombolchaa fi Saqoxaatti gaggeeffameera.

Hiriirri ummataa kun Jijjiirama argame hordofee bu’aawwan waggoottaan jahan darban argamaniif beekkamtii kennuuf kan gaggeeffamuudha jedhame.

Hiriirri jijjiirama argame tumsu kun Godina Lixa Goondar Magaalaa Ganda Wuhaattis gaggeeffameera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.