Fana: At a Speed of Life!

Mahaammad Mokbar Pireezidaantii eeggataa Iraan ta’uun muudaman

Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) – Hogganaan Afuuraa Iraan Ayaatoolaahii Alii Hamiin, Mohammaad Mokbar eeggataa Pireezidaantii biyyattii taasiisuun muudan.
Mohammaad Mokbar Itti Aanaa Pireezidaantii Iraan turan.
Akkasumas Alii Baageerii Kaaniin ammoo balaa Heliikooptaraa mudateen lubbuun isaanii kan darbe Ministira Dhimma Alaa Hoseen Amiir Abdullaahiin bakka bu’uun muudamaniiru.
Alii Baageerii Kaaniin kana dura Itti Aanaa Ministira Dhimma Alaa ta’uun taajaajiluu Al Jazeeraan gabaaseera.
Guyyoota 50n booda filannoon Pireezidaantummaa biyyattiitti ni gaggeeffama jedhame.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.