Fana: At a Speed of Life!

Manchister Yuunaayitid Evertaniin 2 fi 0’n injifate

Finfinnee, Guraandhala 30, 2016 (FBC)- Tapha Piriimiyer liigii Ingiliiz torbee 28ffaan Maanchister Yuunaayitid Evertaniin 2 fi 0’n injifateera.

Galchiiwwan Maanchister Yuunaayitidiin injifachiisaan Maarkas Raashfordii fi Buruunoo Fernaandeez lakkoofsisaniiru.

Tapha torbee 28ffaan morkataan Waancaa Piriimer Liigichaa Arsenaal dirree isaarratti Bireenti Fordiin waliin galgala kana sa’aatii 2:30 irratti morkiin taasisu akkaan kan eegamuudha.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.