Fana: At a Speed of Life!

Manneen barnootaa 30% ta’an barnoota eegaluu ibsame

Finfinnee, Onkololeessa 10, 2013 (FBC) – Manneen barnootaa 30% ta’an barnoota eegaluu ibsame.

Guyyaa kaleessaa Manneen barnootaa 30% ta’an barnoota eegaluu Ministeerri Barnoota ibseera.

Ministeerichi fulduratti manneen barnootaa birooniis gara baruu fi barsiisutti ni galu jedheera.

Barattoonni ofeeggannoo barbaachisu raawwachuun barnoota isaanii akka hordofan waamicha dhiyeesseera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.