Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree naannicha gamaaggama raawwii hojii baatiiwwan 9 gaggeessuu eegale

Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Manni Maree Naannoo Hararii gamaaggama raawwii hojii baatiiwwan saglan darbanii gaggeessuu eegaleera.
Pireezidaantii naannicha Obbo Ordiin Baadrii dabalatee hoggantoonni olaanoo naannicha gamaaggamicharratti argamaniiru.
Baatiwwan saglan darban keessaa hojiilee hojjetaman kan gamaaggamamu ta’uu Obbo Ordiin baadriin ibsaniiru.
Gamaaggamichi guyyota 2’f kan gaggeeffamu ta’uu ragaan Biiroo Kominikeshinii naannicharra aragme ni mul’isa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.