Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Naannoo Amaaraa baajata Birrii biiliyoona 62.7 raggaasise

Finfinnee, Adoolessa 21, 2012 (FBC)- Manni Maree Naannoo Amaaraa bara baajataa 2013f baajata Birrii biiliyoona 62.7 raggaasise.
 
Baajata Birrii biiliyoona 62.7 keessaa Birrii biiliyoonni 24.1 naannorraa kan sassaabbamu, Birrii biiliyoonni 38.4 deeggarsa mootummaa federaalaarraa fi Birrii biiliyoonni 0.2 gargaarsa biyya alaarraa kan argamudha.
 
Baajatichi baajata bara 2012rra daballii Birrii biiiliyoona 15.3 yookin %32.4 kan qabu ta’uun ibsameera.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.