Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Naannoo Somaalee baajata naannichaa Birrii biiliyoona 31.7 ol raggaasise

Finfinnee, Adoolessa 25, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Somaalee yaa’ii idilee 3ffaa gaggeesseen baajata bara 2015 naannichaa Birrii biiliyoona 31.7 raggaasiseera.

Hogganaan Biiroo Maallaqaa Naannichaa Obbo Abdurraahmaan Ahimadiin wixinee baajtaa bara 2015 dhiyeessan Birri biiliyoona 31 fi miiliyoona 687 Kuma 160 fi 384 sagalee guutuun raggaasiseera.

Manni marichaa kan itti fufe yoo ta’u ajandaawwan guyyaa har’aa dhiyaatanirratti mari’chuun yaa’ii isaa ni xumuraan eegama.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.