Fana: At a Speed of Life!

Manni marichaa Afaaritti lammiilee lolaatin miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 3 laate

Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC) –Manni marichaa Afaaritti lammiilee lolaatin miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 3 laate.
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI naannoo Afaaritti lammiilee balaa lolaa laga Awaashin miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 3 laatera.
Manni marichaa karaa af yaa’iisaa obbo Taaggasaa Caafootin deeggarsa qopheesse laatera.
Deeggarsichas preezdaantiin mootummaa naannoo Afaar obbo Awwal Arbaa, obbo Taaggasaa Caafoo harkaa fuudhaniiru.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.