Fana: At a Speed of Life!

Manni Marichaa Guyyaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa 128ffaa Sababeeffachun ergaa baga ittiin isiin gahee dabarse

Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC)- Manni Maree Federeeshinii Yaadannoo injifannoo Adwaa 128ffaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarseera.

Afyaa’iin Mana Maricha Obbo Aganyaaw Tashaagar ergaa dabarsaniin, injifannoon Adwaa Ityoophiyaanonni Eenyummaa waloo isaanii kan itti kabachisaan ta’uu ibsaniiru.

Injifannoon Adwaa Injifannoo Ummataa Guraachaa ta’ee yeroo mara kan yaadatamuudhas jedhaniiru.

Itiyoophiyaanonni Injifannoo Adwaarraa Jaalala, Obbolummaa, barachuun akka qaban eeruun, Itiyoophiyaa badhaate ijaaruu keessatti lammiileen hundi gahee isaanii bahachuu akka qaban waamicha dhiyeessaniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.