Fana: At a Speed of Life!

Marii misooma idil addunyaa hoggantoota olaanoo BRICS pilaas Preezdaantiin Chaayinaa qopheessanirratti hirmaachuu kootti gammadeera – MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Waxabajjii 17, 2014 (FBC) –Marii misooma idil addunyaa hoggantoota olaanoo BRICS pilaas Preezdaantiin Chaayinaa Zhii Jiipping qopheessanirratti hirmaachuu kootti gammadeera jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.

Waltajjiin akka kanaa rakkoolee damee hedduun akka idil addunyaatti muudatan furuuf qooda olaanaa qabaachuu ibsaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.