Fana: At a Speed of Life!

Mariin ga’ee dargaggoonni biyyaa ijaaruu keessatti qaban irratti xiyyeeffate magaalaa Finfinneetti gaggeeffama jira

Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC)- Mariin ga’ee dargaggoonni biyyaa ijaaruu keessatti qaban irratti xiyyeeffate magaalaa Finfinneetti gaggeeffama jira.
Marii kun Liigii Dargaggoota Paartii Badhaadhinaan kan qophaa’e yoo ta’u, hayyoonni dhaabbilee barnoota olaanoos hirmaachaa jiru.
Magaaloota Ityoophiyaa kuma 1 fi 100 keessatti mariin dargaggoota sababatti amanaan uumuu irratti xiyyeeffate gaggeeeffama jira.
Akka gabaasa EBCtti marii dargaggoota magaaloota adda addaa keessatti mari’atamu kun lammilee miiliyoona 5 akka qaqqaabu himameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.